Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Saalvaa Kiir simatan

Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit simataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,

“Pirezidaantii Rippabiliika Sudaan Kibbaa Saalvaa kiir Maayaardiit guyyaa lamaaf Itiyoophiyaa akka daawwataniif simadheera,” jedhan.

Daawwannaan kun hariiroo cimaa fi itti fufaa biyyoota lamaan gidduu jiru kan mul’isuu ta’uus ibsan.

Tumsaa fi fedhii waloo biyyoota lamaanii cimsuuf marii bu’a-qabeessa akka mari’atanis abdii qaban ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.