Fana: At a Speed of Life!

Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf damee dhuunfaan hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.

Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, guyyaa har’aa hospitaala aksiyoona ogeeyyii fayyaan ijaarame Hospitaala Waliigalaa Niyukilas (Nucleus General Hospital) tajaajilaaf banneerra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.