Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen magaalaa dhalootaaf mijattu taateetti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Caamsaa 7, 2018 (FMC)- Finfinneen magaalaa dhalootaaf mijattu taateetti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.

Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, kitaaba jijjiiramni ajaa’ibsiisaan magaalaa keenyaa Finfinnee irratti barraa’eefi hayyoota idil-addunyaan qophaa’e haala ho’aa ta’een eebbisneerra jedhan.

Kitaabichi seenaa hunda keenyaati jedhanii, haa dubbisnu, seenaa jijjiiramaafi milkaa’inaa keenya addunyaaf haa qoodnu jechuun dhaamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.