Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaanota hundaan baga ayyaana bara haaraa 2019 nagaan geessan jedhan.
Barri haaraan kan nageenyaa, jaalalaa, gammachuu fi eebbaa akka ta’u hawwaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.