Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira.
Godinichatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon aanaalee 15 keesaatti biqiltuun miiliyoonni 21 ol lafa heektaara kuma 8 fi 860 irratti ni dhaabama.
Nageessoo Kadiirtu gabaase.
#Oromia #Ethiopia