Fana: At a Speed of Life!

Hanga sa’aatii 6:00 Biqiltuuwwan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 78.6 dhaabate

Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Hanga sa’aatii 6:00tti Biqiltuuwwan miiliyoona 500 fi miiliyonni 78.6 dhaabame jedhan Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Innaataalam Mallaseen.
Lammiileen miiliyoonni 18.6 dhaabbii kanarratti hirmaataniiru.
Hanga ammaatti % 72 raawwatamuu himan.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.