Hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee hordofaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Walitti Qabduu Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Aadde Meelatawarqi Hayiluu dabalatee hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee filannoo waliigalaa 7ffaa hordofaa jiru.
Akkasuma Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Eerviin Jee Maasiingaan hoggantoota kanneen waliin adeemsa kenniinsa sagalee kana hordofaa jiru.
#Oromia #Ethiopia