Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni fi Hojjettonni FMC duula qulqullinaa gaggeessan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Hoggantonni fi Hojjettonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun duula qulqullinaa gaggeessaniiru.
 
Duulli qulqullinaa kun mata duree “Ayyaanonni keenya ibsituu waloomaa fi tokkummaa keenyaati’ jedhuun kan gaggeeffame ta’uun ibsameera.
 
Duulli qulqullinichaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Bulchiinsa Qulqullinaa fi Miidhaginaa kutaa Magaalaa Lidaataa aanaa 7 waliin ta’uun kan qopheessan ta’uun eerameera.
 
Saganticharratti Hoggantoonnii fi Hojjettonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin akkasumas dhabbileen aanichatti argaman biroon hirmaataniiru.
 
Fiqirtaa Kabbadaatu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.