Ispoortii
Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa akka taphachiisu filatame
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Lammiin Somaaliyaa gara Ameerikaa akka hin seenne dhorkame Abbaan murtii kubbaa miilaa Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa akka taphachiisu filatameera.
Dargaggeessi umrii waggaa 34 Oomaar Artaan tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan akka…
Read More...
Waancaan Addunyaa 23ffaan har’a eegala
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee taphatama.
Waancaa yeroo jalqabaaf biyyoonni 3 waloon qopheessan kanarratti…
Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii dha.
Gareen biyyaalessaa Faransaay akka…
Abbaaf ilma biyyoota garaagaraa bakka bu’uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Luukaa Zidaan Aljeeriyaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa 2026 biyyoonni Kaaba Ameerikaa waloon qopheessanirratti ni hirmaata.
Abbaan isaa Ziinaddiin Zidaan ammoo kana dura Garee Kubbaa Miilaa Faransaay…
Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Lukaas Hernandeez fi Tiyoo Hernandeez obbolaa kilaboota Awurooppaa fi garee biyyaalessaa Faransaay keessatti milkaa'an keessaa isaan adda dureedha.
Obbolaan kun sarara ittisaa qofa osoo hin taane,…
Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaa Finfinneetti gaggeeffame injifataniiru.
Dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Atileetoota 638 hirmaachisu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Fiigichi walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaan Atileetoota 638 hirmaachisu guyyaa boruu Finfinneetti gaggeeffama.
Fiigicha ka’umsaa fi xumura isaa Addabaabaayii Masqalaa taasifate kanarratti…