Ispoortii
Atileet Fireewayinii Hayiluun dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii Raabaat injifatte
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC) - Dorgommii Daayimandi Liigii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa Moorookoo Raabaatitti dorgomameen Atileet Firewayinii Haayiluu injifatteetti.
Atileet Firewayiniin fageenyicha daqiiqaa 3 fi sekoondii 58' fi maaykiroo sekoondii 25n xumuruun kan dursuu dandeesse.
Atileetiin kan biraa fageenya kana…
Read More...
PSG’n Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC) – PSG'n Arsenaal injifachuun Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta'eera.
Taphni idilee galchii 1 qixaan xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan galchii 4 fi 3'n injifachuun walitti aansuun yeroo…
Liivarpuul Leenjisaa Arna Islootiin gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kilabni Ingiliz Liivarpuul leenjisaa Arna Islootiin gaggeessuu ifoomseera.
#Oromia #Ethiopia
Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Itiyoo…
Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.
Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen sa'aatii idileetti 2fi 2'n qixa…
AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera.
Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan Kaagiliiyaariin galchii 2 fi 1’n injifatamuu…