Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchistar Yuunaayitid 3- 2 Liivarpuul

Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 35ffaan Maanchistar Yuunaayitid Liivarpuuliin galchii 3 fi 2’n injifateera. Bu’aa kana hordofee bara dorgommii itti aanuutti Maanchistar Yuunaayitid Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa irratti akka hirmaatu mirkaneeffateera. Tapha dursee taphatameen Boornimaawuz Kiristaal…
Read More...

Arsenaal 3 – 0 Fuulhaam

Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) –Arsenaal Fuulhaam injifachuun garaagarummaa Maanchiister Siitii waliin qabu gara qabxii 6tti bal'ifate. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0'n…

Nageellee Arsii 0 – 0 Faasiil

Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphatameen Nageellee Arsiin Faasiil waliin qixa bahe. Taphni sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi…