Ispoortii
Gincii fi Gimbiin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamte
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa gaggeeffeen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gimbii fi Ginciin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamteetti.
Taphni Kubbaa Miilaa Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 6ffaan taphoonni morkii jabaan irratti ni mul’ataan eegamaa turan Istaadiyeemii Wallaggaatti gaggeeffamaniiru.…
Read More...
Tapha torbee 5ffaa Liigii Olaanoo Oromiyaan Leeqaa fi Dambi Doolloon qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)-Taphni Cimaa Torbee 5ffaa Liigii Olaanoo Oromiyaa Ramaddii ‘A’ Istaadiyeemii Wallaggaatti kilaba Leeqaa fi Dambi Doolloo Gidduutti gaggeeffame galchii qixa xumurame.
Istaadiyeemiin Wallaggaatti tapha…
Maaraatoonii Duubaay Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Maaraatoonii Duubaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameeniin injifataniiru.
Dorgommiin Dhiirotaan Atileet Addisuu Goobanaa yoo injifatu, Lammii Duumechaa 2ffaa, Dajanee Magarsaa 3ffaan akkasumas…
Taphataan Kubbaa Miilaa Shimallis Baqqalaan garee biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Taphataan Sarara Fuulduraa Shimallis Baqqalaan tajaajila waggoota 15 booda Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa keessaa of baasuu ifoomse.
Taphataan sarara fuulduraa kunis tapha kubbaa miilaa…
Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaan Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa…
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaa har’a taphatameen Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuraniiru.
Magaalaan Mattuu Ammayyaa waliin galchii 3 qixa ba’uun qabxii…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal yoo injifatamu, Tootanhaam injifate
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaa har’a taphatameen Arsenaal Fuulhaamiin yoo injifatamu, Tootanhaam Boornimaawuz injifateera.
Arsenaal Fuulhaamiin galchii 2 fi 1n yoo…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Jimmaa xumurame
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa gaggeeffamaa ture xumurame.
Shaampiyoonachi dorgommiiwwan Ispoortii aadaa 8’n aanaalee godinichaa 20 giddutti gaggeeffamaa turuun ibsameera.
Itti…