Ispoortii
Beekamtii fi Badhaasa Pireezidaanti Saahilawarq naaf kennanitti gammadeera – Atileet Taammiraat Tolaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Beekamtii fi Badhaasa Pireezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen kennameefitti gammaduu Atileet Taammiraat Tolaan ibse.
Atileet Taammiraat Tolaan Olompikii Paarisiin Meedaaliyaa Warqee Itiyoophiyaaf argamsiisuun kan yaadatamuudha.
Kaleessa jila Atileetiksii Olompikii paarisirratti hirmaateef sagantaan beekamtii…
Read More...
Injifannoo Maaraatoonii Olompikii Itiyoophiyaarraa fagaate deebisuu kootti gammadeera-Atileet…
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Injifannoo Maaraatoonii Olompikii Itiyoophiyaarraa fagaate ture deebisuutti gammaduu Injifataan Meedaaliyaa Warqee Maaraatoonii Olompikii Paariis Atileet Tammiraat Tolaan ibse.
Gareen Atileetiksii…
Atileet Abebaa Aregaawwii waggoota 12 booda Nahaasa argatte
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Atileet Abebaa Aregaawwiin waggoota 12 booda qabxiin Olompikii Landaan irratti galmeessite fooyyeffamuun meedaaliyaa Nahaasa akka argattu ta’e.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa Olompikii Landan…
Jilli Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaachaa ture Finfinnee gale
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Olompikii Paaris 33ffaarratti hirmaachaa ture Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'u Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit…
Riikardiiwwan 31 kan itti fooyya’an Olompikii Paariis
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Qopheessummaa Faransaayiin kan gaggeeffame Olompikiin Paariis 33ffaan riikardiiwwan 31 fooyya’aniiru.
Guyyoota 16n darbaniif gaggeeffamaa kan ture Olompikiin Paariis 2024 taateewwan dinqisiisoo hedduu…
Sirni cufiinsa Olompikii Paaris har’a halkan ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Guyyoottan 16 darbaniif Faransaay Magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa kan ture taphoonni Olompikii 33ffaan har'a halka ni cufama.
Paarisii fi qopheessituu taphoota Olompikii 34ffaa Loos Anjalas waliin…
Hoggantoonni garaagaraa injifannoo Atileet Tigist Asaffaan galmeessite hordofee ergaa baga…
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon injifannoo Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Olompikii Paaris 33ffaarratti galmeessite hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…