Adaamaa 0 – 1 Itiyoo Elektiriikii
Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphatameen Itiyoo Elektiriik Adaamaa injifate.
Tapha hara’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen Itiyoo Elektirikiin galchii 1 fi 0’n Magaalaa Adaamaa injifateera.
#Oromia #Ethiopia