Ispoortii
Fiigicha gulaallii fageenya adda addaan har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19faa har'a gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa fageenyaa garaagaraan ni hirmaatu.
Guyyaa sa'aatii 5:05 irraa eegalee gulaalliin meetira 800 ni gaggeeffama.
Atleet Haabtaam Alamuu, Warqinash Mallasaa fi Tigisti Girmaan Ityoophiyaa bakka bu'uun ni…
Read More...
Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte.
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii…
Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti dorgomameen Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiisera.
Atleetiin Moorokoo Meedaaliyaa Warqee argateera.
Dorgommiiwwan xumuraa Ityoophiyaan irratti hirmaattu 2 har’a ni gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa har’aatiin dorgommiiwwan lama kan Ityoophiyaan irratti hirmaattu har’a galgalaa ni gaggeeffamu.
Dorgommii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 sa’aatii 4:31irratti…
Ityoophiyaan meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha xumuraa meetira kuma 10 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaa dhiiroota gidduutti dorgomameen Ityoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatteerte.
Atleet Salamoon Baraggaan fageenyichaan sadarkaa…
Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaan Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom xumuraaf dabarteeti.
Atleetoonni lamaanuu ramaddii isaanirraa 2ffaa ba'uun morkii xumuraaf…
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta'era.
Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ingilaand waliin taphate goolii 1 fi 0n…