Ispoortii
Kilabni Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo’aa Mo’attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kilabni Kubba Miilaa Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta'eera.
Tapha Xumura Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa Kilaboota Waancaaf ga'an lamaan Yuunivarsiitii Riifti Vaalii Kaampaasii…
Read More...
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni fiigama
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 dhiirootaa ni gaggeeffama.
Galgala sa'aatii 1:25 irraa eegaluun fiigichi xumuraa meetira kuma 10n…
Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaa har'a gaggeeffameen meetira kuma 10 Meedaaliyaa Warqee,Meetii,Nahaasii argatteerti.
Atleet Gudaaf Tsaggeeyii Meedaaliyaa Warqee, Atleet Lattasanbat…
Atileetonni Ityoophiyaa Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 darban
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Hangaarii Buudaapeestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiirotaan Atileetonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraaf…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala.
Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha kiiloomeerira 10 dubartootaa gaggeeffamuun, Alteet…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru eegala
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru Hangaarii Magaalaa Budaapeesitti gaggeeffamuu eegala.
Fiigichi kiiloomeerira 10 dubartootaan halkan sa’aatii 3:55 irraa eegalee fiigamu si’oominaan…
Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a ni taphata
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a Kilaba Zaanzibaar KMKM waliin ni taphata.
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegaluu Taanzaaniyaa Istaadiyeemii Azaam…