Ispoortii
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan tapha har’a galgala Noootiingihaam Foorest Sheefiild Yuunaayitiid walin taphataniin eegalama.
Taphni Boru galgala sa’aatii 1:30 eegalee Toottenahaam Hootispar Maanchiisteera Yuunaatiid waliin, Maanchiisteer Siitiin ammoo sa'aatii 4:00 irraa eegaluun Niwuu…
Read More...
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii ga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii Magaalaa Buudaapeesit ga’eera.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara sana imaluu isaa ragaan Federeeshinii Atleetiksii…
Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame.
Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun tapha xumuraaf qaqqabaniiru.
Gareen Biyyalessaa…
Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa…
Alhiilaal Neeymaariin mallatteessisuuf PSG’n waliigale
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Saa’udii Alhiilaal, Neeymaar Juuniyariin mallatteessisuuf Kilabaa Kubbaa Miilaa Faransaay PSG waliin waliigalteerraa ga’uun ibsame.
Hoggantoonni kilaboota lameenii taphaticha…
Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniif geggeessaan taasifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Atileetota Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniiniif sirni geggeessaa taasifameera.
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaan Hagayya 13-21,…
Arsenaal Nootiingihaam Forest injifate
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandaa torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Arsenaal Nootiingihaam Forest goolii 2 fi 1n injifateera.
Nikeetaan daqiiqaa 26' fi Bukaayoo Saakaa daqiiqaa 32' irratti…