Ispoortii
Chelsiin injifatamuu itti fufe
Finfinnee, Ebla 13, 2018(FMC) - Sagantaa taphaa pirimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Cheelsiin Biraayitaniin injifatameera.
Tapha halkan sa'aatii 4 irratti taphatameen Biraayitan galchiiwwan Kaadiyoogiloo, Hiinshelwud fi Weelbeek galchaniin 3 fi 0'n Cheelsii injifateera.
Kanaanis Cheelsiin walitti aansee yeroo shanaffaaf injifatameera.…
Read More...
Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun…
Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurameera.
Murteewwan ijoo dabarsaman keessaa:
* Danbiin…
Tapha Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin ni taphata
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu
Guyyaa sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti ni…
Magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar injifate
Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Tapha CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar 2fi 0'n injifateera.
Tapha guyyaa sa'aatii 7 irraa eegalee taphatame kanaan Biiniyaam Fiqiruu…
Atileetonni bebbeekamoon dorgommii ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Atileetonni bebbeekamoon dorgommii atleetiksii guyyaa tokkoo ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Atileetonni kunneen Paarkii Ispoortii Addis,…
Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 33ffaan Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifataniiru.
Darbii Marsiisaayidiin Eevartan waliin kan taphate Liivarpuul galchii 2 fi 1’n injifateera.…
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii ammayyaa magaalaa Keenyatti hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu irra deebiin mirkaneessuuf carraa uuma jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…