Ispoortii
Arsenaal waggoota 6 booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Kilabnii Kaaba Laandan Arsenaal turtii waggoota ja’aa booda tapha Shaampiyansi Liigii jalqabaa kilabaa Neezarlaandi PSV Indihoovaan waliin har’a galgala ni taphata.
Arsanaal yeroo xumuraaf Waltajjii Shaampiyansi Liigiirratti kan hirmaate bara Faranjootaa 2017 yoo ta’u, kanaanis kilabi warraa Jarman Baayermuunik…
Read More...
Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa uummataa FSR…
Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni eegalama
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Taphoonni gulaallii ramaddiii Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni taphatamu.
Dorgommiin Chaampiyeensi Liigii baranaa waggaa dheeraa booda yeroo jalqabaaf taphattoota…
Taphni Waancaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Kubbaa Miilaa Magaalaa Finfinnee 17ffaan Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti eegalameera.
Taphni baniinsaa Baankii Daldalaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatamaa jira.
Taphni…
Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifatte
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Ameerikaa Iwuujiinitti dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii meetira kuma 5 gaggeeffamerratti Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifattetti.
Atileet Gudaaf fageenyicha daqiiqaa 14,…
Itiyoophiyaan dorgommii Kaaraateen Meedaaliyaa Warqee argatte
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf dorgommii Kaaraatee JKS irratti hirmaachuun Meedaaliyaa Warqee argatte.
Duubaayitti kan gaggeeffmaa jiruu dorgommii Kaaraatee JKS Waancaa Eeshiyaa-Afrikaa irratti…
Lammiilee Moorokoo fi Liibiyaatti lubbuu dhaban yaadachuuf taphattoonni baajii gurraacha godhatu…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) –Moorokoo fi Liibiyaatti sababa balaa lolaa fi kirkira lafaan lammiilee lubbuun darban yaadachuuf taphattoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand hundi baajii gurraacha akka godhatan murtaa’uun ibsame.…