Ispoortii
Dorgommiin taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Sirni baniiinsa dorgommii taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaan har’a Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Ispoortii Gaanaa Magaalaa Akraatti argamutti ni eegala jedhame.
Komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat, Pireezidaantii Gaanaa Naanaa Akuufoo Adoo dabalatee hoggamtoonni Komishinii Gamtaa…
Read More...
Taphni Waanca Shaampiyoonsi Liigii Kilaboota Awurooppaa galgala kana ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Halkan sa'aatii 5:00’tti Deenmaarki Kooppanhaagen gara Ingilaandi imaluun Itihaadirratti shaampiyoonaa bara darbee Maanchiister Siitii waliin morkata.
Tapha marsaa jalqabaatiin Maanchister Siitiin…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)-Dorgommiin Shaampiyoona Ispoortii Manneen Barnootaa Oromiyaa 5ffaan Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti guyyoota 12'f gaggeeffamaa ture xumurameera.
Shaampiyoona kana irratti godinaaleen 10 fi Bulchiinsa…
Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan Maraatoonii Landanirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan maraatoonii Landanirratti kan hirmaatan ta’uu Koreen Qopheessituu Maraatoonii Landan beeksise.
Atileet Qananiisaan Maraatooniii Vaaleenshiyaa…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa mana keessaa Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Fiigicha Shaampiyoonaa mana keessaa Addunyaa19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesse Finfinnee galeera.
Jilli kun shaampiyoonaa mana keessaa 19ffaa…
Maanchister Sitiin Manchester Yunaayitidiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)-Darbii Maanchisteriin, Maanchister Sitiin Maanchister Yunaayitidiin 3 fi 1'n injifateera.
Kilaboonni masaanuu lameen yeroo 192ffaaf walitti dhufuun Siitiin Yunaayitidiin injifachuu danda'eera.…
Itiyoophiyaan fiigicha meetira Kuma 1 fi 500 Dubartootaan Warqee argatte
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Gilaasgowutti gaggeeffameen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Dubartootaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee argatteetti.
Fiigichicha Atileet Firewayiin Haayiluun…