Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaan boru qabuuf qophii ta’eera – Leenjisaa Wubatuu Abaatee

Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaan boru Moozaambik waliin taphatuuf qophii ta’uu Leenjisaan garichaa Wubatuu Abaateen ibsaniiru. Tapha Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa har’a eegalamu ilaalchisee Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursan taphattootaa…
Read More...

Dorgommiin Chaan har’aa ni eegala

Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa 7ffaan har’a Aljeeriyaatti ni eegalama. Dorgommii kanarratti biyyoonni Afrikaa 17 kan hirmaatan yoo ta’u, magaalota biyyattii 4 keessatti ni…