Ispoortii
Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an.
Tapha ramaddii 4ffaan garee biyyoota lameenii gidduutti istaadiyeemii “Ijuukeeshin Siitiitti” gaggeeffameen gareen lamaan goolii malee qixa ba’aniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Read More...
Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin xumurame.
Neezarlaandi goolii Gakpo daqiiqaa 84ffaa…
Ingilaandi 6 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.
Bukaayoo Saakaan daqiiqaa 42ffaa fi 62ffaarratti…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 3…
Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera.
Taphataan Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi…
Kaariim Beenzeemaan sababa miidhamaan tapha waancaa Addunyaan ala ta’e
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Faransaay Kariim Benzeemaa shaakallii irra osoo jiruu miidhama isa muudateen Waancaa Addunyaa Kataariin ala ta'uu ibsameera.
Injifataan badhaasa Ballon…
Waancaan Addunyaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala.
Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii Al Baayitiitti ni gaggeeffama jedhame.
Sirna…