Ispoortii
Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera.
Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha kana injifateera.
Atleet Hayilamaariyaam Amaareen 2ffaan xumureera.
Fiigicha meetira kuma 10 kanarratti Atleetonni bebbeekkamoo biyya keessaa fi alaa…
Read More...
Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna jalqabsiisa isaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Ministirri…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa gargaartuu…
Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegalama.
Taphni waancaa addunyaa 22ffaan qopheessummaa Kuwaataariin Sadaasa 11, 2015 eegalee guyyoota 28 itti aananiif kan…
Fiigichi guddichi atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Fiigichi guddichi Ityoophiyaa sagantaa beekkamtii kennuu 22ffaa qopheesseen atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laatera.
Sagantichi kaleessa mata duree ‘Ityoophiyummaa kootti nan boona’ jedhuun…
Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan tapha Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Urjiin duraanii Seneegaal Saadiyoo Maaneen miidhamarraa deebii waancaa addunyaaf taphootaa murteessoo ni taphaata jedhamee…
Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa Miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Guyyaa har'a magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii Adaamaatti eegaleera.
Saganticharratti Hooggantuu…