Ispoortii
Arsenaal Boornimaawuuziin injifatame
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuziin injifatameera.
Boornimaawuuz galchii 2 fi 1'n Arsenaal injifateera.
Tapha kanaan Arsenaal dirree ofiirratti taphaanis caalamuun injifatameera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Har”a morkiin Arsenaal Boornimaawuuz waliin taasisu akkaan eegama
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaan morkiin Arsenaal Boornimaawuuz akkasuma Cheelsiin Maanchiister Siitii waliin taasisan akkaan eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 jalqabee Arsenaal…
Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa injifate
Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Tapha CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa galchii 2 fi 1’n injifateera.
Tapha sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatame…
Nageellee Arsii 1 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan taphni Nageellee Arsii fi Madin Itiyoophiyaa gidduutti taphatame qixaan xumuramee.
Nageellee Arsiin dursaa turus dhumarratti galchii keessummeessuun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti Nageellee Arsiin Madin Itiyoophiyaa waliin…
Buna Itiyoophiyaa 1 – 1 Shaggar
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan morkiin Buna Itiyoophiyaa fi Magaalaa Shaggar gidduutti gaggeeffame qixaan xumurameera.
Gareen lamaanuu ga’umsa gadi aanaa agarsiisanis…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a falmiin PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 30, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Liiverpuul waliin taasisu ni eegama.
Tapha mo’anii darbuun Cheeslii dhaqaa gala galchii 8 fi 2’n kan injifate Shaampiyoonaan…