Ispoortii
Dorgommii shaampiyoonichaan Ityoophiyaan Meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Kolombiyaa, Kaaliitti kan geggeeffamaa jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadii halkan edaa gaggeeffameen fiigichaa meetiraa kuma 5 dhiiraa fi fiigicha meetira kuma 3…
Read More...
Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti aanuuf darbaniiru.
Dorgommii…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii har’a eegala
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti gaggeeffamu guyyaa har’aa kan eegalu ta’uu ibsame.
Dorgommii guyyaa har’aa eegaluun atileetonni Ityoophiyaa fageenya…
Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa dheerate
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Guyyaan Taphoonni Gulaallii Waancaa Afrikaa itti gaggeeffamu dheerachuu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiise.
Haaluma kanaan taphoonni gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddiin 3ffaa fi 4ffaan…
Liivar Puul 3 – 1 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Liveerpuuliin Waancaa Komuuniitii Shiildii Ingilaand injifate.
Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti galgala kana gaggeeffame olaantummaa Liivar Puuliin…
Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, tapha Maanchistar Siitii fi Liveerpuuliin galgala har’aa…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Pirimeerliigiin Ingilaandi walmorkii taphaa bara Faranjootaa 2022/23 tapha waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti galgala har'aa keessummeeffamuun ni eegala.…
Bulchiinsi magaalichaa Atileetota Birrii miiliyoona 10 fi lafa badhaase
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Atileetota Ityoophiyaa Shaampiyoona Atileetiksii Addunya 18ffaarratti injifannoo boonsaa galmeessaniif Birrii miiliyoona 10 fi lafa badhaaseera.
Bulchiinsi magaalichaa…