Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 19ffaan eegalame

Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 19ffaan guyyaa har’aa magaalaa Hararitti gaggeeffamuu eegaleera. Dorgommiifi feestivaala kanarratti Ispooratessitoonni kumni 1500 gosoota dorgommii 11’n akka hirmaatan eerameera. Dorgommiifi feestivaala…
Read More...