Ispoortii
Atileetotaa inifannoo galmeessaniif badhaasni hanga Birrii miiliyoona 2.5tti kennameef
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Atileetotaa Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessaniif badhaasni Birrii kuma 50 hanga miiliyoona 2.5 kennameeraa.
Shaampiyoonichaarratti fiigicha meetira kuma 10’n meedaaliyaa Warqee jalqabaa kan argamsiistee Atileet Latanbat Gidayii, Birrii miiliyoona 1.5 fi…
Read More...
Dorgommiiwwan yeroo itti aanan gaggeeffaman irratti lakkoofsa meedaaliyaa warqee guddisuuf ni…
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)- Dorgommiiwwan yeroo itti aanan gaggeeffaman irratti lakkoofsa meedaaliyaa warqee Ityoophiyaa guddisuuf kan hojjetamu ta’uu Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Atileet Daraartuu Tulluu…
Garee Atileetiksii Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessanii galan daandiirratti simannaan…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Dorgommii Shampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti garee Atileetota Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessan daandiirratti simannaan taasifamaafii jira.
Gareen kun eda Finfinnee galuun isaanii ni…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesse Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga'u simannaa hoo'aan…
Boru Jila Atleetiksii Ityoophiyaaf simannaan gootaa ni taasiifama
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Mootummaan Ityoophiyaa Boru jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa injifannoon golobeef simannaa gootaa kan taasiisu ta'uu beeksiiseera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad,…
Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiiratti hirmaatuuf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa magaalaa Kaaliitti adeemsifamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasiifameera.
Bakka buutoonni…
Jila Atileetiksii Ityoophiyaaf simannaan addaa ni taasiifama – Ministeera Aadaafi Ispoortii
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Ispoortii jila Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganirratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef simannaa ho'aa…