Ispoortii
Inzoo Farnaandees tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Taphataan sarara jidduu Inzoo Farnaandees tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’eera.
Inzoo Farnaandees yaada tibbana kenne horodofee tuuta taphattoota Cheelsiin ala ta’uu isaa leenjisaan kilabichaa Liiyaam Rooseeniiyer ibsaniiru.
Kanaanis Inzoo Farnaandees tapha waancaa FA Cheelsiin boru qabuu fi Piriimeer…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) -Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sababa tapha biyyaalessaan adda citee ture har'aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 25ffaa tapha har'a Itiyoo Elekrikiin Bahiirdaar keessummeessuun…
Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta’uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Xaaliyaan Waancaa Addunyaan ala ta'uu hordofee pirezidaantiin Feedeereeshinii Kubbaa Miilaa biyyattii, Gabireel Graaviinaa, fedhii isaaniitiin aangoo gad dhiisaniiru.
Pirezidaantichi aangoo gadi…
Yaaddoo sarbiinsa mirga namummaa Waancaa Addunyaa 2026 mudachuu malu
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikoo keessatti gaggeeffamu irratti yaaddoon sarbiinsa mirga namummaa mudachuu danda’a jechuun Aministii Internaashinaal beeksise.
Aministii…
Itiyoophiyaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan seenaa keessatti yeroo jalqabaaf dorgommii Ispoortii Aadaa fi Feestivaala Ispoortii Aadaa Afrikaa akka qopheessitu filatamte.
Yeroo dhihoo miseensummaa Konfedereshiinii Ispoortii Aadaa…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Aanaalee Godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Aanaalee Godina Jimmaa 32ffaan eegale.
Shaampiyoonaan kun mata duree"Ispoortiin olka'insa biyyaaf" jedhuun guyyoottan 10’f kan geggeeffamuudha.
Itti Gaafatamaan…
Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Dorgommiin Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 23ffaa fi Feestivaalli Ispoortiiwwan Aadaa Itiyoophiyaa 19ffaan guyyaa har’aa magaalaa Hararitti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommiifi feestivaala…