Ispoortii
Dorgommii maraatoonii Baarseeloonaatiin atileetonni Ityoophiyaa 1 hanga 3 ba’uun olaantummaan goolaban
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Dorgommii maraatooni Baarseeloonaatiin atileetonni Ityoophiyaa 1 hanga 3 ba’uun olaantummaan goolabaniiru.
Dorgommii maraatoonii dhiirota Ispeen Baarseeloonaatti gaggeeffameen Yihuuniliny Adaanee sa’aatii 2 fi daqiiqa 5 fi seekoondii 52tti seenuun injifateera.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa…
Read More...
Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaa Niijeeriitti gaggeeffamuuf darbuu dinqisiifataniiru.
Aadde Adaanach gareen kubbaa…
Sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – "Finfinneen Magaalaa Nageenyaa fi waliin jireenyaati" dhaadannoo jedhuun sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffameera.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera.
Tapha har’a ganama taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa…
Abbootiin murteessummaa Ityoophiyaa 4 gulaallii Waancaa Afrikaa akka taphachiisan filataman
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Abbootiin murteessummaa Ityoophiyaa 4 gulaallii Waancaa Afrikaa Maappuutootti Moozaambikii fi Ruwaandaa gidduutti taphatamu akka taphachiisan filatamaniiru.
Waancaa Afrikaa 2023 qopheessummaa Ayivoorii…
Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee baatiiwwan 6 darban keessatti yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa Damissaw Fiqaaduu gaggeesseera.
Garichi rakkoo bulchiinsaa walxaxaa keessa jiraachuu fi qabxii 21’n…
Waancaan Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Waancaan Kubbaa miilaa Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi jedhameera.
Waancichi Ityoophiyaa walakkaa baatii Caamsaa akka dhufu beekkameera.
Waancaan Addunyaa kun agarsiisaaf kan dhiyaatu…