Ispoortii
Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har'a tapha Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamuun eegalama.
Piriimayeer liigichaan taphni har'a waaree booda sa'aatii 8:30 irraa eegalee Istaadiyeemii Itihaadiitti Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo…
Read More...
Guyyaan tapha Waancaa Afrikaa 2024 ifoome
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- ‘CAF’ baatii fi guyyaa taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2024 Kotdiivaaritti gaggeeffamu ifoomse.
Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa akka beeksisetti, dorgommiin Waancaa Afrikaa 2024…
Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) - Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa naannichaa gaafate.
Kilaboonni Kubbaa Miilaa Naannoo Tigraay sababa walitti bu’iinsaan dorgammii…
Liyooneel Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin lakkoofsise 100 caale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa duraanii Baarseeloonaa fi PSG yeroo ammaa Liyoonel Andireen Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin galche 100 caale.
Meesiin tapha gareen Biyyaalessaa Arjentiinaa…
Ityoophiyaa 2 – 3 Giinii
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Gulaallii waancaa Afrikaaf taphni deebii Ityoophiyaa fi Giinii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Giiniin xumurameera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Giinii goolii 3 fi 2n Garee Kubbaa Miilaa…
Atleet Madinaa Isaa dorgommii Dubartootaa meetira kuma 5 injifatte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Atleet Madinaa Isaa dorgommii 'dursa Dubartootaaf' jedhuun Finfinneetti qophaa'e fageenya meetira kuma 5 injifatteerti.
Atleet Tsiggee Gabrasalaam sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Kantibaan Magaalaa…
Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Leenjisichi jijjiirama barbaaddamu fiduu hindandeenye jedhamuun gaggeeffamuu…