Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii injifate

Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Sagantaa CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaan Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii 2 fi 0'n injifateera. Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti guyaa sa'aatii 10 irratti taoha taphatameen galchiiwwan Hasan Huseen lakkoofsiseen Itiyoo Elektirik qabxii sadii argatee xumuruu danda'eera. Sa'aatii…
Read More...

Leeverkuusaan 1 – 1 Arsenaal

Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal Leeverkuusaan waliin qixa bahe. Arsenaal taphoota Shaampiyoonsi liigii bara kanaan yeroo jalqabaaf qabxii…