Ispoortii
Tapha Seekaafaan Sudaan Kibbaa Walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Tapha Kubbaa miilaa Giddu galaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 17 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffammaa jiruun Sudaan Kibbaa walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatte.
Tapha guyyaa 7ffaa isaa qabate kanaan har'a taphoonni rammaddii xumuraa gaggeeffamaniiru.
Taphni Sudaan Kibbaa fi Burrundii gidduutti…
Read More...
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a Beellamni Arseenaalii fi Liveerpuul ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimeerliigii Ingilaandi torbee10ffaan taphni har'a Arseenaalii fi Liveerpuul gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Kilabni Jargeen Kiloop Liveerpuul Arseenaal kilaba…
Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa Hoosaanaa milkaa’aniiru.
Guyyaa har’aa taphoonni piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa 2 waaree booda…
Atileet Taayyee Girmaan dorgommii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Atileet Taayyee Girmaa qoricha si’eessituu qaamaa fudhachuusaatiin gosa dorgommii ispoortii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkamuu Abbaan Taayitaa Farra Sieessituu Ityoophiyaa beeksise.
Bu’aan…
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ityoophiyaa – Somaaliyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Somaaliyaa waliin ni taphata.
Gulaallii waancaa Seekaafaaf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa…
Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar Siitiin goolii 6 fi 3 xumurame.
Taphichaan…
Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw fiigicha maraaatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw dorgommii fiigicha maraaatoonii Ingiliz Landanitti gaggeeffamaa jiru injifatte.
Atileet Yaalamzarf dorgommicha sa’aatii 2fi daqiiqaa 17fi sekondii xumuruun injifatteetti.…