Ispoortii
Kipichoogee Maaraatoonii Barliin rikardii cabsuun injifate
Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Atileetiin Keeniyaa Iluud Kipichoogee fiigicha maaraatoonii Barliin rikardii ofii isaa cabsuun injifate.
Ragaan Atileetiksii Addunyaa akka argisiisuutti, Atileet Kipichoogeen fiigicha Maaraatoonii Barliin har’a gaggeeffame sa’aatii 2 fi daqiiqaa 01 fi sekoondii 09’n galuun rikardii duraan ture secoondii 30’n…
Read More...
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a ni taphata.
Taphni gulaallii marsaa jalqabaa…
Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Deenimaark magaalaa Kooppanhaaganitti guyyaa har’aa gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa koorniyaa lameenuu milkaa’aniiru.
Dorgommii fiigichaa walakkaa…
Siidinitti Fiigicha Maaraatooniin Atileetonni Ityoophiyaa olaantumman injifatan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Siidiniitti fiigicha maaraatoonii dubartootaan Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan injifatan.
Dorgommichaan Atileet Tigist Girmaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 25 fi sekoondii 10’n 1ffaan xumurteetti.…
Ramaddiin dorgommii Seekafaa (CECAFA) umrii 17 gadii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Ramaddiin tapha waancaa Seekafaa umrii 17 gadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Ramaddiin gulaallii waancichaa qopheessummaa Ityoophiyaan Fulbaana 20 hanga Onkoloolessa 5, 2015tti gaggeeffama.
Akkaataa…
Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaatee dheeresse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresseera.
Federeeshinichi waggoota lamaan darbaniif garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…