Ispoortii
Daawwannaan Baakaarii Saanyaa tuurizimii ispoortiif ga’ee guddaa qabaata – Salaamaawiit Kaasaa
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Taphataan duraanii Arsenaal Baakaarii Saanyaan Itoophiyaa daawwachuun tuurizimii ispoortiif ga'ee guddaa qabaata jedhan Ministirri Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaa.
Salaamaawwiit Kaasaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Itiyoophiyaa kan daawwachaa jiru taphataa duraanii Arsenaal Baakaarii…
Read More...
Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa bahe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa baheera.
Magaalaan Hawaasaa galchii 2 fi 0’n Itiyoo…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan tapha har’a Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa keessummeessuun eegalamu.
Har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’uu, waaree booda sa’aatii…
Ispoorteessaa jiminaastikii biyya isaa bakka bu’ee Olompikii irratti hirmaachuuf mul’ata…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Ispoorteessaa fi dorgomaan Jiminaastikii, barataan Yuunivarsiitii Jimmaa Dirribaa Toleeraa feestiivaala ispoortii barattoota Yuuniivarsiitiiwwan Itiyoophiya irratti yeroo gaarii dabarsaa jira.…
Tapha ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Kaayiraat, Silaaviyaa Piraag, Viyaariiyaal fi Ayintiraafiraankfart dorgommicha keessaa kan gaggeeffaman yoo…
Nageellee Arsii 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 17ffaan Nageellee Arsiin Buna Sidaamaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Buna Sidamaa injifateera.
Daawwiit Tafarraan daqiiqaa 90+4’…
Paatiriik Doorguu baatiiwwan 2 oliif dirreerraa ni fagaata
Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Taphataan Maanchistar Yuunaayitid Paatiriik Doorguun sababa miidhamaan baatiiwwan 2 oliif dirree irraa ni fagaata jedhame.
Tapha Maanchistar Yuunaayitid fi Arseenaal tibbana taphatan irratti kan…