Ispoortii
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoonni CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 20ffaa kun tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti Hadiyyaa Hoosaa’inaan Magaalaa Bahiirdaar, akkasuma Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi…
Read More...
Darbii Kaaba Landan akkaan eegamu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan Boru Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphamu ni eegama.
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 27ffaan har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee Astoon Viilaan Liidis…
Morkii Woolviis Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin taphata.
Gabatee liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin har’a halkan…
Waldorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Wal-dorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti gaggeeffamuu eegaleera.
Dhaloota dorgomaa ta'eefi ispoortessitoota ciccimoo egeree Magaalaa bakka…
Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa qopheessummaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi keessummeessummaa Naannoo Oromiyaan geggeeffamaa ture milkaa'inaan xumurameera.…
Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Bireentifoordi…
Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera.
Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa eegalee tpha taphatame kanaan Semeeniyoo, Oreelii fi…