Ispoortii
Gincii 1 – 0 Haraa
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin Magaalaa Haraa injifate.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gincii galchii 1 fi 0n Kilaba Magaalaa Haraa injifateera.
Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Kilaboonni…
Read More...
Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise.
Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam Mahaammad Quddus Paawundii miiliyoona 55niin…
Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni bulchiinsa magaalaa…
Noorgaardiin Asrenaaliif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Arsenaal taphataa sarara ittisaa gidduu fi dursaa garee Bireentifoordi Kiristiyaan Noorgaardiniin mallatteessifachuu ifoomse.
Lammiin Deenmaarki Kiristiyaan Noorgaardiniin Paawundii miiliyoona 10 fi…
Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn xumuraaf darbe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) –Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Riyaal Maadriid injifachuun xumuraaf darbe.
PSGn galchii 4 fi 0n Riyaal Maadriid injifachuun tapha waancaaf darbuu mirkaneeffateera.
PSGn Dilbata dhufu…
Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Leenjisaa duraanii Riyaal Maadriiid Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo itti murtaa’eera.
Kaarloo Anchilootiin gochaa gibira waliin dhahuu bara faranjootaa 2014 raawwataniin adabbiin…
Pireezidaanti Doonaald Tiraampi tapha xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dorgommii tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu.
Doonaaldi Tiraampi istaadiyeemii Meet Laayifitti argamuun tapha…