Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Torban dura gaa’ila raawwatee har’a balaa konkolaataan lubbuun kan darbe jifataa Liivarpuul Diyaagoo Jootaa

Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) –Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Diyaagoo Jootaan balaa konkolaataa isa mudateen umriisaa waggaa 28ffaatti obboleessa isaa Andiree jedhamu waliin addunyaa kanarraa du’aan boqatan. Balaan konkolaataa kun Ispeen bulchiinsa Zamora jedhamtu keessatti mudate. Humni nageenyaa Ispeen ‘Guardia Civil’ jedhamu…
Read More...