Ispoortii
Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama.
Dorgommiin haala qilleensaa rakkisaa keessatti kilaboota 32 gidduutti dorgomamaa ture kun hanga eegame daawwattoota argachuu baatus walakkaa xumuraaf gaheera.
Har’a halkan sa’aatii 4:00…
Read More...
Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise.
Taphataan sarara gidduu duraanii Baarseloonaa, Siiviyaa fi Kilaba Saa’udii Alshabaab,…
Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan guyyaa har’aa Naannoo Sidaamaatti…
Atileetoonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ameerikaatti dorgomame injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Dorgommii fiigicha meetira kuma 10'n Iyuujiinitti dhiiroota gidduutti har'a dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa bahuun injifatan.
Fiigicha Ameerikaa, Oreegon Iyuujiinitti dorgomame…
Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe.
PSGn galchii 2 fi 0n Baayern Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf gahuu…
Waancaa Kilaboota addunyaa tapha nuusa xumuraaf gahe
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Qopheessummaa Ameerikaan gaggeeffamaa kan jiru Waancaan Kilaboota addunyaa qabxiiwwan hin eegamne galmeessuun nuusa xumuraaf gaheera.
Bifa haaraan kilaboota 32 hirmaachisuun kan eegale dorgommiin…
Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Koreen Namuusaa fi hoggansa dorgommii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoo Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa dabarse bu’uura taasiisuun Buna Sidaamaa, Machaalii fi Magaalaa Hawaasaarratti…