Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegiraama t.me/afanoromofana Yuutiyuubii Afaan Oromo:…
Read More...

Morookoo 2-0 Kaameeruun

Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti. Tapha sa'aatii 4 irraa eegalee taphatame…