Ispoortii
Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifate
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphatameen Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifachuun morkii isaa cimsateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Saayinsii fi Teeknooloojii Yuunivarsiitii Adaamaatti taphatameen Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0'n…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni eegama.
Har’a taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, waaree booda sa’aatii…
Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Taphoota CBE piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphtameen Itiyoo Elektiriik Buna Sidaamaa waliin qixa bahe.
Morkiin kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffame galchii malee qixaan…
Waancaa Kaaraabaa’oon morkii Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu…
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin morkiin Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu ni eegama.
Tapha marsaa jalqabaan Maanchiister Siitiin galchii 2 fi 0’n…
Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa'oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0'n Cheelsii injifateera.
Arsenaal dhaqaa gala galchii 4…
Maanchiister Yuunaayitiid Fuulhaam Injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 24ffaan Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam galchii 3 fi 2’n injifateera.
Sa’aatii walfakkaataatti taphoota biroo taphatamaniin Astoon Viilaan dirree isaarratti…
Tootanihaam Hootispar Maanchister Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 24ffaan taphni Maanchister Siitiin dirree isaan alatti Tootanihaam Hootispariin morkatu tapha eegamaa dha.
Galgala sa'aatii 1:30 irratti tapha taphatamu…