Ispoortii
Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Morookoon gaggeeffamaa jiruun har'a taphoonni marsaa 2ffaa afur ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:30 jalqabee Gaaboon Moozaambik waliin morkatti.
Tapha marsaa jalqabaan Gaaboon Kaameeruuniin, Moozaambik ammoo Kootidivoweeriin injifatamuun kan yaadatamuudha.…
Read More...
Seenegaaliifi Rippaabilikni Dimookiraatawaa Koongoo qixa bahan
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan Seeneegaaliifi Rippaabiliikni Dimookiraatawaa Koongoo goolii 1 fi 1 qixa bahaniiru.
Taphni Taanzaaniyaafi Ugaandaan sa’aatii 2:00 irraa eegalee akkasumas Naayijeeriyaafi…
Arsenaal Biraayitaniin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera.
Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen Biraayitaniin goolii 2fi 1 injifateera.
Deegoo…
Beeniin Bootiswaanaa injifatte
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Seeneegaal…
Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera.
Bu’aa kana hordofee Maanchister Siitiin qabxii isaa gara 40 tti guddifachuun Liigicha…
Angoolaa 1-1 Zimbaabewee
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.
Taphni ha'a Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatame kun galchii 1 qixa…
Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera.
Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii, Inistitiyuutii leenjiifi qorannoo Ispoortii…