Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte. Sa'aatiin idilee galchii malee xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Moorookoo gachii 4 fi 2'n Naayijeeriyaa injifachuun waggoota 22 booda tapha xumuraaf darbuu mirkaneeffatte. Moorookoo fi…
Read More...