Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taanzaaniyaan waancaa seekaafaa injifatte

Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Taanzaaniyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaa injifachuun shaampiyoonaa waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ta’eera. Taphoota gulaallii seekaafaa qopheessummaa Itiyoophiyaan Finfinneetti taphatamaa tureen Taanzaaniyaan galchii 3 fi 2’n Ugaandaa injifachuun…
Read More...

Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa

Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte. Ugaandaan galchii 3 fi 0'n Itiyoophiyaa injifachuun Taanzaaniyaatti aanuun waancaa…