Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Waggoota 22 booda waltajjii Waancaa Afrikaatti deebi’uuf falmii guddaa Itiyoophiyaan Ugaandaa waliin taasiftu

Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan taphatamaa kan jiru taphoonni gulaalii waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa xumuramuuf guyyoota 4 qofatu hafe. Taphni biyyoota 10 hirmaachise kun Finfinnee fi Dirre Dhawaatti taphatamaa tureera. Itiyoophiyaa, Keeniyaa, Taanzaaniyaa fi Ugaandaan biyyoota tapha walakkaa…
Read More...

Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera. Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni Muunik injifateera. Taphoota biroon PSVn…

Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte. Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Keeniyaa injifachuun…

Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Bunni Sidaamaa galchii 2 fi 1’n Machaal…