Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu shaampiyoonaa ta’e

Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera. Dorgommii kanaan kilabiin biskileetii Magaalaa Shaggar meedaaliyaa warqii 4 fi waancaa 4  walittii qabachuun dhiiraa fi dubaraan shaampiyoonaa ta'eera. #Oromia…
Read More...

Arsenaal Biraayitaniin injifate

Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera. Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen Biraayitaniin goolii 2fi 1 injifateera. Deegoo…

Beeniin Bootiswaanaa injifatte

Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte. Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Seeneegaal…

Angoolaa 1-1 Zimbaabewee

Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame. Taphni ha'a Waaree booda sa'aatii 9:30  eegalee taphatame kun galchii 1 qixa…