Ispoortii
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu ni eegama
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera.
Waltajjii hundaan taphoota torba as dhiyeenya taphateen lama qofa injifatee, lama ammoo injifatamee…
Read More...
Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a Intar Miilaan fi Liivarpuul waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’a galgala Intar Miilaan fi Liivarpuul waliin ni taphatu.
Liivarpuul gara Xaaliyaaniitti imaluun har’a galgala sa’aatii 5:00’tti Intar Miilaan…
Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattootaa Paan Afrikaan Itiyoophiyaan xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattoota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Paan Afrikaa Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti gaggeeffamaa jiruun gareen dhiirootaa xumuraaf darbaniiru.
Ramaddii dhiirootaa kanaan…
Astoon Viilaan Arsenaal injifate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan Astoon Viilaan Arsenaal injifateera.
Tapha har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatameen Astoon Viilaan galchii 2 fi 1'n Arsenaal injifateera.
#Oromia…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan tapha har'a Astoon Viilaan Arsenaal keessummeessuun eegalamu.
Har'a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf, Astoon…
Tapha Maanchistar Yuunaaytid sadarkaa isaa fooyyeffachuuf taphatu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Tapha xumuraa Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 14'n har’a galgala Maanchistar Yuunaaytid Weestihaam Yuunaaytid walin taphata.
Tapha Maanchistar Yunaaytid galgala sa'aatii 5 iratti Oldi…
Arsenaal Bireentifoordiin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Milkeel…