Ispoortii
Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’a taphoonni 6 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan taphni har’a Arsenaal Bireenfoordiin keessummeessu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee dursaan Liigichaa Arsenaal Bireentifoord waliin taphata.
Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin taasisu ni eegama.
Kilaboonni lamaan taphoota 22 waliin…
Read More...
Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Ministeerri Aadaafi Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasa Birrii miiliyoona 10 kenne.
Ministeerichi Garichi waancaa Afrikaaf darbuu sababeeffachuun…
Taanzaaniyaan waancaa seekaafaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Taanzaaniyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaa injifachuun shaampiyoonaa waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ta’eera.
Taphoota gulaallii seekaafaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Obbo…
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2026’f dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Tapha sadarkaa seekaafaa har’a taphatameen gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Keeniyaa injifachuun waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffate.
Itiyoophiyaan…
Morkii Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduutti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii morkiin Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf har'a gita isaa Keeniyaa waliin taasisu ni eegama.
Taphni murteessaan…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan tapha har’a Fuulhaam Maanchiister Siitii, Boornimaawuuz ammoo Eevartan keessummeessaniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Fuulhaam…