Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Leeqaa injifate
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo galchii 3 fi1n Leeqaa injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Taphoota torbee 7ffaa Piriimiyeer Liigii Oromiyaa har’a waaree dura sa'aatii 4:00 irraa eegalee taphatameen Yuunivarsiitii Dambi Doolloo galchii 3 fi1n Kilaba Leeqaa injifachuu ragaan Federeeshinii…
Read More...
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatamu.
Haaluma kanaan Boru waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee…
Piriimeer Liigii Oromiyaan taphni Magaalaa Gincii fi Gullisoo gidduutti taphatame qixaan xumurame
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 6ffaan taphni Magaalaa Gincii fi Gullisoo gidduutti taphatame galchii 2 qixa xumurameera.
Taphni torbee 6ffaa kun itti fufuun yeroo ammaa Muka Xurii fi Kutaan…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a Bireentifoordi Arsenaal keessummeessa
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa xumuraa torbee19ffaan taphni har’a Bireentifoordi Arsenaal keessummeessu ni eegama.
Bireentifoordi har’a halkan sa’aatii 2:30 eegalee morkiin Arsenaal…
Atileet Barrihuun Aragaawwiin fiigicha fageenya meetira kuma 10 rikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Atileet Barrihuun Aragaawwiin dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ispeen Saan Siilveesteritti gaggeeffame rikkardii haaraa galmeessuun injifate.
Fageenyicha daqiiqaa 26 fi sekondii 32 xumuruun rikkardii…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Itiyoophiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Kilaboota Itiyoophiyaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommichi har’a utalchoo dheeraa dubartootaan kan eegale yoo ta’u, Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarra…
Itiyoophiyaan ‘Foorfeedhaan marsaa itt aanuuf dabarte
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Tapha gulaallii kubbaa miilaa dubartoota Umrii 17 gadiin Itiyoophiyaan Foorfeedhaan Marsaa itt aanuuf dabarte.
Taphicha marsaa jalqabaan Itiyoophiyaa fi Zimbaabuween waliin morkachuuf sagantaan ba’uun ni…