Ispoortii
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa qajeeleera.
Garichi atileetota 12, leenjistoita 2, dursaa garee 1, dursaa garee tekinikaa 1, ogeessa olaanaa fayyaa 1 fi ogeessa fiiziyooteeraappii 1 kan of…
Read More...
Niwkasil Yuunaayitid 2-1 Liivarpuul
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Niwukaasil Yuunaayitid waggaa 57 booda waancaa waliin araarameera.
Tapha xumuraa Wancaa Kaarbaa'oo Ingiliz Niwuukaasil Yuunaayitid Liivarpuuliin 2:1 mo'achuun waancicha mo'ateera.
Galgala kana…
Arsenaal 1 – 0 Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Darbiin Landan Olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa har 'a taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Cheelsii injifateera.
Tapha biroon Fuulhaam…
Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee,Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii maaraatonii Barsaloonaa Atileetonni Itiyoophiyaa injifatatan.
Dorgommii ramddii dhiiraan Tasfaayee Dirribaa saa'atii 2 Daqiiqaa 4 sekondii 13'n galuun dorgommicha sadarkaa 1ffaan xumuruu…
Taphni Piriimar liigii Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa dha
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Tapha piriimar liigii Ingiliz torbee 29ffaan taphni Arsenaalii fi Chalsii akkaan eegamaa jira.
Falmiin kilaboota lamaanii saa’atii 10:30 irraa eegalee Istaadiyamii Emreetis daawwattoota kuma 60 ol…
Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti geggeeffama.
Liivarpuul tapha walakkaa xumuraan…
Dorgommii Maaraatoonii Se’uul Itiyoophiyaanonni injifatan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii Maaraatoonii Se'uul saala lamaaniinuu Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha ramaddii dhiiraan Atileet Haftuu Takiluu saa'atii 2 fi Daqiiqaa 5 sekoondii 37'n xumuruun…