Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Maanchiister Yuunaayitiid vs Eevartan…

Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa. Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee taphatamu kun xiyyeeffannoo argateera. Kilaboonni lamaan taphoota hanga ammaatti waliin taphatan 215 keessaa Yuunaayitiid yeroo 97 yoo injifatu, Eevartan si’a…
Read More...

Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam

Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Eeberichi Eezzeen galchii 3 fi Toreezaardi galchii 1…